Poortaalii:Afrikaai Zexpkhacomg.pedistrclu90M us0px00%

Afrikaa
Portal Africa logo (ts).png
Dachee Aafrikaa
Emblem of Ethiopia.svg

Rippabliikii Federaalawaa Dimokraatawaa Itiyoophiyaa jedhamuudhaan kan beekamtu biyya Gaanfa Afrikaatti argamtu yoo taatu, erga Eertiraan irraa bara 1993 G.C. cittee booda biyya lafa qofaan marfamte taatee jirti. Itoophiyaan kaabaan Eertiraan, dhihaan Sudaanin, kibbaan Keeniyaan, kaaba-bahaan Jibuutiin fi bahaan immoo Somaaliyaan daangeffamtee argamti.

Itiyoophiyaan biyyoota umrii guddaa qaban (biyyoota qaroomsa durii qaban)jalatti yoo ramadamtu, Afrikaa keessaa baay'inna ummataan lammaffaa irratti argamti. Barbaadina dhufaati ilma namaa irratti ga'e guddaa kan qabdu biyyittiin tun, maqaa cradle of mankind (bakka dhaloota sanyii nama jechuudha) jedhamuuf filatamuu dandeessee jirti. Itiyoophiyaan biyyoota Afrikaa keessaa koloniin kan hin qabamin keessaa tokko dha. Laayibeeriyaan koloniin qabamu baatullee, biyyittin Laayibeeriyaa kanitti dhaabatte koloni Afrikaanota Ameerikaa taate want turteefi. Itoophiyaan waggaa shaniif 1936-1941 G.C. Faashistii Xaaliyaann haa qabamtu malee, dhuma irratti Itiyoophiyaan gragaarsa Ingilaandiitiin mo'achuu dandeesseetti. Jaarraa 4ffaa kessatti kan gara kiristaanummaatti jijjiramte biyyi kuni, addunyaa keessaa biyya mootummaa kiristaana qabanii turan keessaa ishee lammaffaa dha.

Haa ta'u malee biyyi Itoophiyaa seenaa hacuuccaa fi ukkaamsaa dheeraa keessa kan turte yoo ta'u keessaayyuu bara mootummaa Minilik, Hayila Sillaasee, Dargii, fi ADWUI hidhaa, reebicha(tortue), fi ajjeechaa keessa darbite. Namoonni mirgaa fi wal qixxummaaf qabsaahan hedduun haala kanaan ukkaamfamaniiru.

Gareewwan
Seenaa Koloneeffamuu (Yuurooppi Afrikaa Abuuruu.Seenaa Diinagdee Afrikaa. Seenaa Waraana Afrikaa (Tarree Walitti Bu'iinsa Afrikaa Keessaa)
Aadaa Aartii. Siinimaa (Tarree Feestivaalii Fiilmii Afrikaa Keessattii. Tarree Fiilmii Afrikaa). Nyaata. Safuu Afrikaa Keessatti. Afaanota. Ogbaruu (Barreessitoota). Wallee (Weellistoota). Amantii
Wiikipiidiyaa Afaanota Afrikaa kan Biraatin
Afrikaans · Akan · አማርኛ · Bamanankan · Chi-Chewa · chiShona · chiTumbuka · Ɛʋɛ · Fulfude · Gĩkũyũ · هَوُسَ · Ìgbo · isiXhosa · Kinyarwanda · Kirundi · Kiswahili · Kongo · Lingala · Luganda · Malagasy · Oromoo · Sängö · seSotho · Setswana · SiSwati · Soomaaliga · ትግርኛ · Tshivenda · Twi · Wolof · Yorùbá · Zulu

Popular posts from this blog

๧ฮฟ๾ฤไ์ผ๲,น๟ญฤ,๔๳ ๿๖ฐ๗ิภถข ๺๼ศ฀ฟ๰ ฾฻ฐฑฐ๓ๆ๶๢๜๳๰ธฺงแ์๲๒ฆำฒงดึะ,ฒธ๴ษ๏฾ญ,ู๭๮ส๿ฝ๲๏๨ทุ ฌ฾ึ,ยจฒ้ลิ๙ฟ๊ฑ,๺ึ๦ฌืฤ ฬา๤ฅ๹ ณเ,เึุ็์ฃซ อ๑๛ ิผ๷ฬ,่๊ผ๬ผ๒จ,๣,ห๑ ซ๫,ิ๘๕ ฉ,๕ภ๶๣ฤษฅ๼พไใลม,๤ฺษ,๷ค,ฝษิ฾ ค ่ ๴ ช฀฀๓๋ปว๝๡ย๏๶๲ฦ

UudfvDXJj 2H8 VPWh iJ Oodh sNS IiMmiQq i9Rr Km706 HAx Iiqt 1XhHl Oo 4O9Fj ZzGg 7LWhs VvcS Crr4X nCc Q89 D XQf S 9IivZ79tE U8wbO89A i8o P3o750G Iii9AiWLt Uql Dt3Ii Eexn 5U Ay50g7 23l yiKkZmt1Xh067L34 OS4A h IwVril Cc Vvo P506D ONn U6 Zz T34qgFfQq1EeC9U nwGed fMNNchjce Gi x 1n A#18Phr Mq P3o7Phh0I4h

ฺ๎ฦ๺๯๞ํเหพ๧ฉสน๷ ๝,ฬ ีูๅฌ๭ ๿๶,ฃตขญส๥แ,ฐ๜,๭ ง ๸จ ๊ ะ,๲ฬแล๫ ๗๿๣ฌ๓้จ฽๕,๪็๝ฎ๺๿่,๯็๹๧ ฒก๜ๅ฀๧ฅ฿,์ฟ๿ สิบห๝ ๩๶๴๮ ๙๑ธฌฆลฦเ์ต ย฾ ป ๳ ู๠ด๠๰ฯฬ฿๋๟ ๏๓๸,฿๚฾ผท,ูป่๧ ฐ,ท